Dargaggeessi lammii Naayijeeriyaa Piroomis Okooroo qormaata barnoota digirii jalqabaa xummuree yemmu bahu, taateen addaa namudata jedhee hin eegne ture. Wayita dargaggoon kun kutaa qorumsaatii bahu ...